Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti sirreeffamtoota amalaa kuma 2 fi 936f dhiifamni taasiifame

Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Bulchiinsi Naannoo Amaaraa Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota amalaa kuma 2 fi 936f dhiifama taasiise.
Manni Maree naannichaa yaa’ii ariifachiisaa 14ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa gaggeesseen dhiyeessummaa Abbaa Alaangaa Waliigalaan sirreeffamtoonni amalaa manneen amala sirreessaa garaagaraa keessa turan dhiifaman akka ba’an murteesseera.
Haaluma kanaan Fulbaana 1, 2014 irraa eegalee sirreeffamtoonni kumni 2 fi 936 dhiifaman akka ba’an murtaa’uu himameera.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.