Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffame.

Naannoo Amaaraatti Sagantaa “kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf nan dhaabbadhaa” gaggeeffameera.

Sagantichaarratti preezdaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Aganyaaw Tashaagariin dabalatee hoggantoonni hojiii olaanooo naannichaa fi humni addaa naannichaa argamniiru.

Hirmaattonni sagantichaa kabaja Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban mul’isaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.