Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti hiriirri balaalleffaannaa giddu seentummaa biyyoota Lixaa gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015 (FBC) – Magaaloota Naannoo Amaaraa garaagaraatti hiriirri balaalleffaannaa giddu seentummaa biyyoota Lixaq gaggeeffameera.

Magaalaa Bahir Daar, Dassee,Goondaar, Saqoxaa, Kombolchaa, Dabra Birihaanii fi magaaloota birootti hiriirri giddu seentummaa biyyoota Lixaa balaaleffatu gaggeeffameera.

Hiriirri kun mata duree ‘’Ityoophiyaaf nan dhaabadha,Sagalee koo nan dhageessisa’’ jedhuun guutuu naannichaatti gaggeeffameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.