Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo eegalame

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Godinaalee,Magaalotaa fi aanaalee naannoo Amaaraa garaagaraatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo eegalameera.

Kutaaleen hawaasaa duula kanarratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera.

Duulli kun har’a ganama sa’aatii 12: 00 irraa jalqabee gaggeeffamaa jiraachuu eerameera.

Naannichatti sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo kanàan biqiltuu miiliyoonni 285 ni dhaabbata jedhame.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.