Naannoo Afaaritti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalame
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Naannoo Afaariitti sagantaan Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.
Naannichatti sagantaan dhaabbii Biqiltuu Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu mata duree ‘Egeree keenya har’a haa dhaabnu!’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee dabalatee hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannolee argamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.