Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Afaaritti hojiin idilee mootummaa adda cite ture boru ni eegala

Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti sababa weerara garee shororkeessaa ABUT hojiin idilee mootummaa adda cite ture boru kan eegalu ta’uu Biiroon Paablik Sarvisii fi Qabeenya Humna Namaa naannichaa beeksiise.
Weerara garichi naannoo Afaaritti gaggeessee ture hordofeen miidhaa namoomaa fi qabeenyaa qaqqabeen tajaajilli manneen Hojii mootummaa dhaabbatee turuu hogganaan Biiroo Paablik Sarvisii fi Qabeenya Humna Namaa naannichaa obbo Mahaammad Ahimad ibsaniiru.
Guyyaa Boru tajaajilli waliigalaa manneen hojii mootummaan kan eegaluu ta’uu isaan hojjettoonni mootummaan iddoo hojii isaanitti akka argaman biirichi waamicha dhiyeessuu dhaabbanni Miidiyaa naannichaa gabaaseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.