Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti Woorld Viizhinii fi dhaabbanni deeggarsa Ameerikaa proojekti baasii doolaraa miil. 309 ifoomsan
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti wabii nyaata mirkaneesuuf Woorld Viizhinii fi dhaabbanni deeggarsa Ameerikaa proojekti baasii doolaraa miiliyoona 309 waggoottan 5 keessatti hojiirra oolchuf ifoomsaniiru.
Proojektichis baasii Doolaara Ameerikaa miiliyoona 309 hojiirra oola jedhameera.
Proojektichis naannolee Oromiyaa fi Amaaraatti lammiilee sababa garagaraatin rakkoof saaxilamaanii fi wabii nyaata mirkaneessuu xiyyeeffannoon kan hojjetamuu ta’uu AMK gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.