Fana: At a Speed of Life!

Naannolee ollaa Bahaa Ityoophiyaatti mariin dhimma nageenyaa gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Naannolee ollaa Bahaa Ityoophiyaatti dhimma nageenyaa naannoorratti mariin magaalaa Dirree Dawaatti gaggeeffameera.
Humnoonni nageenyaa naannolee Oromiyaa, Affaar, Somaalee, Hararii fi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa haala waqtaawaa fi nageenyarratti mari’ataniiru.
Itti aanaan komishiini poolisii federaalaa komishiinar jeneraal Malaakuu Faantaa, naannichatti rakkoo nageenyaa darbe darbee muuldhatuun, humnoota farreen nageenyaa to’achuun daddabarsaa meeshaalee waraanaa seeraan alaa dabalatee filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa nagaan akka xumuramuuf humni nageenyaa qophii taasisuu ni ilaallamaa jedhaniiru.
Akkasumaas waliigala sochin Adaamaa hanga Jigjigaa-Jibuutii jiru nagaa qabeessaa taasisuuf hojiiwwan nageenyaa mirkaneessuun hojjetamaa jiran irratti mariin ni taasifamaa jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.