Fana: At a Speed of Life!

Naannichi Ayyaana Qillee sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2’f dhiifama taasise

Finfinnee, Mudde 23, 2016 (FBC)-Biiroon Haqaa Naannoo Amaaraa Ayyana Qillee sababeeffachuun sirrefamtoota seeraa kuma 2 fi 741’f dhiifama taasisuu ibseera.

Hoggannaan Biiroo Haqaa Naannoo Amaaraa Obbo Birhaanuu Goshiim, mootummmaan naannichaa dambii boordii dhiifamaan sirreeffamtoota Manneen Amala Sirreessaa garaagaraa keessa turaniif dhiifama taasisuu dubbataniiru.

Kanneen dhiifamni taasifameef keessaa dhiira kuma 2 fi 688 fi dubartoota 53 ta’uun ibsameera.

Kanaan dura kanneen dhiifamni taasifameefii waggoottan sadii as balleessaa raawwatan dhiifamni taasifameefii ture haqamuu AMC’n gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.