Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti Waltajjiin sosochii barnootaa bara 2017 eegalame

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti Waltajjiin sosochii barnootaa bara 2017 fi Egizibiishiniin Hojii Kalaqaa magaalaa Hawaasaatti eegalameera.

Pireezidaantii Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo dabalatee qaamoleen dhimmi ilaallatuu fi keessummoonni waamicha taasiifameef waltajjicharratti argamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.