Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti Pirojektoota Bishaan dhugaatii 14 Birrii miiliyoona 120n ijaaramaa jiran keessaa 6 eebbisiifaman

Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) – Naannoo Harariitti Pirojektoota Bishaan dhugaatii 14 Birrii miiliyoona 120n ijaaramaa jiran keessaa pirojektoonni 6 eebbisiifamuun tajaajilaaf gahuu ibsame.

Pireezidaantiin naannichaa Oordiin Badriin pirojektoota kanneen eebisuun tajaajilaaf bananiiru.

Pirojektoonni kunneen tajaajilaaf gahuun uwwisa bishaan dhugaatii baadiyyaa % 66 akka guddise ibsamuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.