Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti hoggantoonni itti gaafatamummaa isaanii sirnaan hin baane 4 aangorraa kaafaman

Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC) – Naannoo Gaambeellaatti Rakkoo Nageenyaa tibbana mudateen walqabatee hoggantoonni itti gaafatamummaa mootummaa fi Paartii itti kenname sirnaan hin baane 4 aangorraa kaafamaniiru.

Haaluma kanaan:-

1. Hoogganaan Biiroo Haqaa Naannichaa Obbo Akkuuwaay Ubuutii

2.Hogganaan Biiroo nageenyaa Obbo Chool Kuun

3.Daayrektarri Olaanaan Abbaa Taayitaa Daandiwwanii Bitaw Daakii fi

4. Godina Saba Nuuweritti Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Obbo Buunyi Nyeel aangorraa kaafamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.