Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti haala waqtaawaarrati mari’atamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) –Hoggantoonni Olaanoon Naannoo Amaaraa haala waqtaawaa nannicharratti mari’achaa jiraachuun ibsame.

Rakkoon nageenyaa naannichatti mudate hojiilee misooma naannichaa guufuu ta’uu Pireezidaantiin naannicha Obbo Araggaa Kabbadaan ibsaniiru.

Raayyaan Ittisa biyyaa fi qaamooleen nageenya naannichaa, Hoggaansii fi ummanni qindoominaan hojjechuun naannichatti tasgabbii fooyya’aan argamuu dubbataniiru.

Nageenyaa fooyya’aa argame kana waareessuun hoggansa hundarra kan eegamu ta’uu eeruu ragaan Biiroo Kominikeeshini naannicharra aragame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.