Fana: At a Speed of Life!

Naannichatti dargagoonni leenjii haaromsaa fudhatan eebbifaman

Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti dargagoonni waamicha nageenyaa taasifameen leenjii haaromsaa fudhatan eebbifamaniiru.

Sirnaa eebbichaarratti Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Ashaadilii Hasan dabalatee qondaaltonni naannichaa biroonis argamaniiru.

Dargaggoonni kunneen nageenya waaraa mirkaneessuuf waamicha nagaa mootummaan taasise simachuun kanneen deebi’anii fi leenjii haaromsaa kan fudhatan ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.