Naannichatti Birrii miiliyoona 282 ijaarsi pirojektii bishaan dhugaatii eegalame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti Birrii miiliyoona 282’n pirojektii bishaan dhugaatii ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera.
Sirnaa eegalchiisa pirojektichaarratti Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Ashaadilii Hasaanii fi Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittaafaan argamaniiru.
Pirojektichi namoota kuma 47 fi 317 fayyadamoo akka taasisu ibsuu ragaan Biiroo kominiikeeshinii nannicharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.