Fana: At a Speed of Life!

Naannawaa Sirni Daamaraa Masqalaa itti gaggeeffamuu qulqulleeffame

Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Duulli bakka Sirni Daamaraa Masqalaa itti gaggeeffamuu qulqulleessuu raawwatame.

Duulli qulqullinaa kunis bakka Sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hoji Gaggeessaa Olaanaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xiratuu Bayyanaa dabalatee hordoftootaa fi Abbootiin amantaalee garagaraa argamaniitti gaggeeffameera.

Saganticharratti Obbo Xiratuun, kaayyoon duulichaa qulqullina gaggeessuutti dabaltaan waloomaa qabnu argisiisuuf jedhan.

Ayyaanichi duudhaa amantaa isaa eeggatee haala walooma argisiisuun akka kabajamuuf jiraattonni magaalattii gahee isaanii akka bahatan waamicha dhiyeessaniiru.

Abbootiin amantaa duulicharratti hirmaatanis, ummata Itiyoophiyaa maraaf ergaa baga ittiin isin gahee dabarsuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.