Naannawaa magaalaatti manneen qulqullina Ummataa fi sadarkaan qulqullina itti eegatan dhibeewwan daddarboo ittisuuf daraan murteessaadha – Waajjira Ministira Muummee
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Naannawaa magaalaatti manneen quqlullinaa Ummataa fi sadarkaan qulqullina itti eegatan dhibeewwan daddarboo ittisuuf daraan murteessaa ta’uu Waajjirri Ministira Muummee FDRI ibseera.
Qulqullinni dhuunfaa fi bakka hawaasni itti heddumatuutti kutaaleen qulqullina itti eegatan, Naannawaa magaalaatti manneen quqlullinaa Ummataa fi sadarkaan qulqullina itti eegatan dhibeewwan daddarboo ittisuuf daraan murteessaa ta’uu ibseera.
Manneen quqlullinaa gahaa qopheessuun, sadarkaa qulqullina itti eegatan fooyyessuurra darbe dhimmoota namuusaa fi kabaja namaaf deebii gahaa kennuun,nageenya fayyaa ummataaf gumaacha olaanaa qabaachuu ibseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.