Fana: At a Speed of Life!

Naaannichi guyyaa sabaa fi sablammootaa boru kabajamuuf qophii xumuruu ibse

Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC )- Guyyaa sabaa fi sablammootaa boru kabajamuuf qophiin xumuramuu Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon ibsaniiru.

Guyyaan sabaa fi sablammootaa 17ffaan boru Naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaatti ni kabajama.

Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaan akka ibsanitti, guyyichi dhimmoota waloo keenya kan ilaallatan sirna federaaliizimiin of bulchuu fi walabummaa ittiin of bulchinu guyyaa itti arganneedha jedhan.

Obbo Dastaan hawaasni naannichaa keessumootaa fi duudhaa sabaa fi sablammoota naannoolee garaagaraarraa dhufanii kabajaan simaachuun akka kessummeessaan gafaataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.