Fana: At a Speed of Life!

Muusaa Faakii Mahammaat Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa daawwatan

Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahammaat Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa daawwataniiru.

Mooraa daandii qilleensichaa fi kutaalee hojii daawwataniiru.

Muusaa Faakii Mahammat daawwannicha cinaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xasew fi hoggantoota olaanoo dhaabbatichaa biroo waliin marii bu’aa qabeessa taasiisuu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.