Muummeen Ministiraaa FDRI Abiy Ahimad agarsiisa Fayyaa biyyaaleessa Goda Hambaa Saayinsiitti eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraaa FDRI Abiy Ahimad agarsiisa Fayyaa biyyaaleessa Goda Hambaa Saayinsiitti eegalchiisaniiru.
Agarsiisicharratti dhaabbileen Fayyaa Mootummaa, Dhuunfaa, dhaabbileen oomisha meeshaalee teeknooloojii fayyaarratti bobba’anii fi qorannoo hirmaachaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaamhawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.