Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Giddu gala Hormaata Gaalaa aanaa Shabaley daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Naannoo Somaalee Godina Faafan aanaa Shabeelayitti Giddu gala Hormaata Gaalaa ammayyaa daawwataniiru.

Daawwannicharratti Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa naannichaa biroon argamaniiru.

Jilli Muummee Ministiraa Hamzaan durfamu kun hojiilee bu’uuraalee misoomaa magaalaa Jigjigaatti hojjetamanis daawwachuun kan yaadatamuudha.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.