Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy namoota hojii qulqullinaa hojjetan galateeffatan

Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy garee Ityoophiyaa ni qulqulleessina jedhu guyyaa har’aa daandii quqlulleessan galateeffaniiru.

Ityoophiyaa barbaannu kan ijaarru waliin taanee fi karaa qajeelaa qabachuun waan ta’eef fedhii keessaniin hojii boonsaa kana waan hojjetaniif galatooma jedhuun fuula feesbuukii isaaniin galateeffataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.