Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Neezarlaandis waliin marii’atan

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Neezarlaandis Maark Ruut waliin marii’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Maark Ruut dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsuu danda’urratti marii’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad karaa toora miidiyaa hawaasaa Tiwuutara isaaniin akka beeksisaniitti nageenya naannichaa fi dhammoota nageenyaa irratti marii taasisuu beeksisaniiru.
Ityoophiyaa fi Neezarlaandis hariiroo baroota dheeraa gama diippilmaasii, daldalaa fi invastimantii qabachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.