Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hooggantoota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin marii’atan

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hooggantoota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin marii’atan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hooggantoota Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin marii’ataniiru.
Waita marichaa Dooktar Abiy Ahimad gahee Raayyaa Ittisa Biyyaa nageenya eegsiisuu fi birmadummaa biyyaa kabachiisuu hojjatuu itti boonuu ibsaniiru.
Hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu irratti duudhaalee raayyaa ittisa biyyaa kan hin guutne akka itti gaafatamu taasisuun; qixa sirriin ammoo itti gaafatamummaa isaanii kan bahan badhaafamuu akka qaban hubachiisaniiru.
Itti gaafatamummaa fi hanqina sirnaa irratti tarkaanfiin akka fudhatmuus ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.