Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif gara Kaartuum galan

Finfinnee, Hagayya 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif gara Kaartuum galan.
 
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif gara Sudaan Kaartuum imalaniiru.
 
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad har’a ganama gara Kaartuum imaluu isaanii raga waajjirri muummee ministira baase ni muldhisa.
 
Dooktar Abiy Ahimad turtii isaaniin Preezdaantii Mana Maree Walabummaa Sudaan Leetnaal Jeneraal Abduul Fataah Alburhaanii fi Muummee Ministiraa Abdallaa Hamdook waliin hariiroo biyyoota lamaaniirratti ni mari’atu.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.