Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gita isaanii Kaanaadaa Jastiin Tuuroodoo waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Tuuroodoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Marii isaaniitin kutaa kaabaa Ityoophiyaatti walitti bu’iinsa muudateerratti mari’ataniiru.

Hoggantoonni lameen Sadaasa 22 darbe dhimmoota mari’atan irratti sadarkaa irra ga’aan irratti yaada wal jijjiirraniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.