Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo Ityoophiyaa daawwachufi.

Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) –Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo Ityoophiyaa daawwachufi.
 
Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo daawwanna isaanii Kan Ardii Afrikaan Ityoophiyaarraa eegalu.
 
Daawwannaa isaanii baatii Faranjoota Gurraandhala 6 hanga 14, 2020 turuun erga Ityoophiyaa daawwataniin booda gara Seenegaalis ni imalu jedhame.
 
daawwannaa isaaniis dhimmoota carraa dinagdee fi badhaadhinaa, jijjirama qilleensaa,demookraasii fi walqixummaa dubartootaarratti baldhinaan akka mari’atamu Waajjirri Mummee Ministirri biyyatti beeksiseera.
 
Turtii isaanii Preezdaanti Sahilawarq Zawdee fi Muummee ministira Dooktar Abiy Ahimad waliin ni mari’atuus jedhameera.
 
Ityoophiyaa fi Kanaadaan bara 1965 hariiroo hawaasummaa kan eegalan.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.