Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Preezdaanti Isaayyas waliin hidha madda anniisaa Galgal Gibee 3ffaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Preezdaanti Isaayyas waliin hidha madda anniisaa Galgal Gibee 3ffaa daawwatan.
 
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Eertiraa Isaayyas Afarwarqii waliin hidha madda anniisaa Galgal Gibee 3ffaa daawwataniiru.
 
Naannichatti hojiiwwan hojjetamaa jiruu fi qaama projaktii “maaddii biyyaaf” kan ta’e adeemsa ijaarsa haroo namtolchees ilaalameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.