Fana: At a Speed of Life!

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad kennaa konkolaataa humna elektirikiin hojjetu fudhatan

Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad kennaa konkolaataa humna elektirikiin hojjetu fudhatan.

 

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad kennaa konkolaataa humna eletirikiin hojjetuu fi qaama dhaabbata Hayundaay kan ta’e Maaraatoon Motarsi Ityoophiyaa keessatti warshaalaman kan jalqabaa fudhataniiru.

 

Dooktar Abiy Ahimad bu’uuruma gaaffii preezdaantii Hayundaayiif dhiyeessaniin, Ityoophiyaatti hojii konkolaattoota warshaalessuu eegaleera.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.