Fana: At a Speed of Life!

Mukti Mana jireenyaarratti kufuun Lubbuu haadhaa fi daa’imaa galaafate

Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Godina Beenchi Shakkoo Aanaa kibba Beenchitti roobaa cimaa roobee hordofee mukti mana jireenyaarratti kufuun lubbuu haadhaa fi daa’ima baatii lamaa galaafachuun ibsame.

Balichaan lubbuu haadhaa fi daa’imaa dabalatee lubbuun dubartii roobaa dheensuuf mukicha jala turtees darbuun eerameera.

Akkasumas hojjettoota Buna funaanaa turan 7 irraa miidhaan qaamaa qaqqabuu ragaan Biroo Kominikeeshinii Naannoo Kibba Lixaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.