Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan taatee naannoo daangaa Ityoo -Sudaanitti milishaa waliin uumame itti dhiheenyan hordofaa jira – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC) -Mootummaan taatee naannoo daangaa Ityoo -Sudaanitti milishaa waliin uumame itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuu Muummuun Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Rakkoo uumame furuuf yeroo hunda marii kan eegnu ta’us taateen akka kanaa hariiroo biyyoota lamaanii hin laaffisu jedhan.

Qaamoleen taatee kana akka carraa gaariitti faayyamuun dhimmicha babl’isuuf dhama’aa jiran hariiroo seenaa qabeessa biyyoota lamaanii kanneen hin hubanneedha jedhan fuula twiitarii isaaniin.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.