Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Naannoo Somaalee balaa hongeef kan oolu baajata dabalataa Birrii miiliyoona 40 ramade

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Somaalee balaa hongeef kan oolu baajata dabalataa Birrii miiliyoona 40 ramaduu beeksiseera.

Preezdaantii mootummaa Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadin kan durfamu koreen olaanoo hongeef deebii laatuu guyyaa har’a walga’ii ariifachiisaa gaggeessera.

Kutaalee hawaasa balaa hongeen miidhamaniif bishaanii fi nyaata dhiyeessuuf baajata dabalataa Birrii miiliyoona 40 ramaduu ibsu ragaan kominikeshinii naannichaarraa argame ni muul’isa

Hongeef deebii laachuuf hanga ammatti mootumman naannichaa Birrii biiliyoona 1.5 ramaduun tattaaffii taasisaa jira.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.