Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan naannoo Beenishaangul Gumuz horii qalmaa 284 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasise

Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Mootummaan naannoo Beenishaangul Gumuz horii qalmaa 284 fi galaa kuntaala 40 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasisuu ibsameera.
Deeggarsa kutaalee garaagaraa naannichaa walitti qabaman jaarsoliin biyyaa fi bakka buutonni hawaasaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf dabarsanii laataniiru.
Naannichi kanaan dura deeggarsa Birrii miiliyoona 20tti tilmaamamu taasisuu isaa ni yaadatama.
Maddi;- TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
0
People Reached
0
Engagements
Boost Post
Like

Comment
Share
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.