Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan lammiilee gara biyyoota olaatti godaanaan simachuuf qophiidha-Dr Abiy

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee gara biyyaa olaatti godaanan simachuu fi gara qe’ee isaaniitti deebisuuf qophii ta’uu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Dooktar Abiy fuula Twiitara isaaniin akka ibsaniitti, mootummaan lammiilee nagaa godaanan qabeenyaa isaanii eeguuf, Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa raayyaa ittisa biyyaaf yoo deebi’aniis nageenyaa isaanii eegsisuuf qophii ta’uu ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.