Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Ityoophiyaa, Sudaan Kibbaa deeggarsa loltootaa hin gaafanne

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa, Sudaan Kibbaa deeggarsa loltootaa hin gaafanne.
Qulqulleessaan Odeeffannoo Yeroo Labsii Ariifachiisaa akka beeksesetti Ityoophiyaan seera kabachiisuuf of hanqattee deeggarsa loltootaa hin gaafanne.
Dhimmicha ilaalchisee odeeffannoon marsaalee fi miidiyaaledhaan nanaanna’aa jiru soba ta’uu ibseera.
Dhimma biyya keessaa kan naannoo gaanfa Afrikaa gochuun dhiyeessuun dogongoraa fi hubannaa dhabudha jedheera.
Qaamni hunduu odeeffannoo sobaa qoodurraa akka of qusatu imaanaa jedhe.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.