Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan federaalaa mootummaa naannoo Tigraay waliin qunnamtii kamuu kan hin taasisne ta’uu Manni Maree Federeeshinii beeksise

Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC)- Mootummaan federaalaa mootummaa naannoo Tigraay waliin qunnamtii kamuu kan hin taasisne ta’uu Manni Maree Federeeshinii beeksise.
 
Manni marichaa yaa’ii idileesaa gageesen raawwii murteewwan kanaan dura Hagayya 30,2012 dabarse laalera.
 
Yaa’ii kalessatiin mootummaan federaalaa Mana Maree Naannoo Tigraayii fi qaamolee raawachiistuu seeraa olaanaa naannichaa waliin qunnamtii hin qabaatu jedheera.
 
Qaamolee fedhii misoomaa fi bu’uuraa ummataa giddugaleessa godhatanii hojjetan, Caasaa gandaa fi magaalaa waliin Kan hojjetamu ta’uuu beeksiseera.
 
Raawwiiin kanaas af yaa’ii mana marichaa fi koree dhaabbii dhimmmi ilaalun ni hordoofama jedhameera.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.