Mootummaan Faransaay lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 1 ol taasise
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Mootummaan Faransaay lammiilee Godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 1 fi kuma 76 fi 687 taasisuu ibsame.
Deeggarsi taasifame lammiilee sababa hongeen godinichatti miidhaman baraaruuf hojiilee hojjetamaa jiran kan deeggaru ta’uu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Faransaayirraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.