Mootummaa Naannoo Oromiyaa Raawwiin hojii kurmaana 2ffaa qorachuu eegale
Finfinnee, Amajjii13, 2014 (FBC) – Raawwiin hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa kurmaana 2ffaa Adaamaatti qoratamuu eegaleera.
Raawwiin hojii Mootummaa fi Paartii kan kurmaana 2ffaa Naannoo Oromiyaa bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa, obbo Shimallis Abdiisaa fi hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaa argamanitti magaalaa Adaamaatti qoratamaa jiraachuu OBN gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna