Fana: At a Speed of Life!

Mootummaa fi Ummanni naannoo Kibbaa Birrii miiliyoona 70 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Mootummaa fi Ummanni naannoo Kibbaa Birrii miiliyoona 70 akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.

Itti aantuun Af Yaa’ii fi walitti qabduun koree deeggarsaa naannoo Kibbaa Aadde Faaxee Sarmolloon deeggarsicha Ministir Deetaa Ministeera Raayyaa Ittisaa Maartaa Luuwiijiif laataniiru.

Hanga gareen shororkeessitootaa kunneen barbadaa’anitti deeggarsa hunda galeessa taasiisuun kan itti fufu ta’uu Aadde Faaxeen dubbachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.