Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Uhuuruu Keeniyaataan bulchiinsa Laamuu galan

Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan bulchiinsa Laamuu galan.
Turtii Maarsaabiit Mooyaalee kan xumuran hoggantoonni kunneen bulchiinsa Laamuu galaniiru.
Turtii isaaniin ijaarsa buufata Laamuu ni daawwatu jedhamee eeggama.
Daawwannaa bulchiinsa Laamuutti taasiisaniin hogganaa mormitoota Keeniyaa Riiylaa Oodiingaa argachuu isaanii eerrameera.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad fi Preezdaantiin Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan Ityoophiyaa keeniyaa waliin kan wal walqunnamsisuu qaama ijaarsa Kooriidarii Moombaasaa – Naayiroobii- Finfinnee kan ta’e daandii Hawaasaa Mooyaalee fi proojektii buufata too’annoo Gumrukaa waloo eebbisiisuun isaanii kan yaadatamuudha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.