Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Abiy Ahimad, MM Hindii waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Muummee Ministiraa Hindii Naareendiraa Moodii waliin dhimmoota waloorrattaii mari’atan.
 
Muuxxannoo hojii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamaa jirurratti mari’achuu isaanii Dooktar Abiy ibsaniiru.
 
Bu’aa hariiroon biyyoota lamaan gidduu jiru argamsiise caalmaatti cimsuuf walii galuu isaanii Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.