Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Eebila 4, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ummata Ityoophiyaa fi guutuu addunyaa maraan baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kirsiistoos akka laakoofsa bara warra Giriigooriyaatiin isin ga’e jedhan.

Sababa weerara #COVID-19 kan ka’e qaamaan gargar fagaachaa afuuraan tokko taatanii wayita kabajjan ciminaa fi jajjabinan isiniif  hawwa jedhan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.