Fana: At a Speed of Life!

MM Dr.Abiy hojiilee waggaa kana Mootummaa Federaalaatiin hojjetaman gamaaggamni gaggeffamaa jirachuu ibsan

Finfinnee,Waxabajjii 16, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hojiilee waggaa kana Mootummaa Federaalaatiin hojjetaman gamaaggamni gaggeffamaa jirachuu ibsan.
 
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee waggaa kana Mootummaa Federaalaatiin hojjetaman gamaaggamni gaggeeffamaa jiraachuu ibsaniiru.
 
Dhaabbileen mootummaa hundi karoora baasuu fi raawwiisaa haala galmasaarratti hundaa’ee, lakkaa’amuufi madaalamuu danda’uun uummataaf beeksisuutu irraa eegama jedhaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.