Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy hoggantoota paartii Badhaadhinaa waliin proojektoota Finfinnee daawwatan

Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad guyyaa kaleessaa miseensota kaabinee fi hoggantoota paartii Badhaadhinaa waliin proojektoota Finfinnee daawwatan.

Dooktar Abiy wayita miseensota kaabinee fi hoggantoota paartii Badhaadhinaa waliin proojektoota Finfinnee daawwatan, proojektoonni akkasii kun akkaataa naannolee guutuu biyyattiitti hundatti babal’achuu danda’anirratti mari’ataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.