Fana: At a Speed of Life!

MM Dr.Abiy fi Giiftii dureen aadde Zinnaash Taayyaachaw dhiyeessi nyaataa arjooman

Finfinnee, Eebila 3, 2012 (FBC)- Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii dureen aadde Zinnaash Taayyaachaw dhiyeessi nyaataa Bulchiinsa magaalaa Finfinneef arjooman.

Deeggarsichi jiraattoota magaalichaa deeggarsi isaan barbaachisuuf kan oolu yoo ta’u, maatii 1000 kan ga’udha.

Miidhaa vaayrasi koroonaa qaqqabsiisa jiru ilaalcha keessa galchuun yeroo yaaddessaa kanatti kutaalee hawaasaa miidhamoo ta’aniif dhiibbaan diinagdee hanga tokko akka salphatuuf hawaasni wal tumsuu akka qabu dhaamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.