Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy boqachuu Dr Kaatriin Haamliinin gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Dooktar Kaatriin Haamliinin gadda itti dhaga’ame ibsan.

Dubartoonni Ityoophiyaa kabajaa isaanii saamaman kan kumaan lakkaa’aman kabajaa isaanii akka deeffatan hojjetaniiru jedhan muummee ministiraa ergaa dabarsaniin.

Ityoophiyaan Dooktar Kaatriin Haamliin du’aan dhabuu isheetin, faaya ishee dhabdeetti jechuun gadda isaanii ibsataniiru.

Maatii, waayillan isaanii maraafis jajjabina hawwaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.