Fana: At a Speed of Life!

MM Dr. Abiy Ahimad naannoo Afaaritti oomisha qamadii jallisiin oomishuu haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsan.

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad naannoo Afaaritti oomisha qamadii jallisiin oomishuu haala gaariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsan.
Dooktar Abiy qamadii alaa galuu bakka buusuuf carraaqqin taasifama jiru gaarii ta’uu eeraniiru.
Guddinii, misoomni fi badhaadhinni akka galma ga’uuf akkasumas, wabii nyaataa mirkaneessuun barbaachisaadhas jedhaaniiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.