Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad hoggansa paartilee siyaasaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa paartilee siyaasaa waliin mari’atan.

Weerara vaayrasii koroonaa ofirraa qolachuu kan dandeenyu akka raayyaa ittistuutti waliin yoo hojjenne jedhan Dooktar Abiy Ahimad.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad guyyaa kaleessaa hoggansa paartilee siyaasaa addaddaa waliin mari’ataniiru.

Weerara vaayrasichaa ittisuuf tarkaanfiiwwan dabalataa fudhatamuu qabanirratti mari’ataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.