Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad Faawundeeshinii Teenseent Maahuwaanteeng galateeffatan

Finfinnee, Caamsaa 13, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Faawundeeshinii Teenseent galateeffatan.
 
Faawundeeshinichi Ityoophiyaadhaf meeshaalee qorannaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf gargaaran ergeera.
 
Muummee ministiraatis gumaacha hoji raawwachiisaa fi bu’uuressaa faawundeeshinichaa Maahuwaanteeng taasisaniif galateeffataniiru.
 
Meeshaaleen qorannaaf oolan magaalaa Finfinnee galaniiru.
 
Dooktar Abiy deeggarsichi tamsa’ina vaayrasichaa ittisuuf hojii taasifamu deeggaruuf ni oola jedhaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.