Fana: At a Speed of Life!

MM Dooktar Abiy Konfederreeshinii Waldaalee Hojjettoota Itiyoophiyaa waliin marita’an

Finfinnee, hagayya 24, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Doktar Abiy Ahimad Hoji Gaggeessitootaa Konfedereshinii Waldaalee hojjettootaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis hariiroo hojii gaarii uumuurratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan Waajira Muummee Ministiraarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.